Sunteți pe pagina 1din 1

Created using Notebooks by Droid-Veda LLP Nov-28-2018

Never case to worship you

Gara laafummaadhaan araara baadhattee garakoo dhufte

Gad deebi’aa nama cubbamaadha jettee yoom nadhiifte

Kan akka koo hin turre kan fayyuudhaaf male

Qoodakoo of laattee na falminaan malee

Oolmaa hin dagatamne gochootii gurguddaa

Kan an hin goolabne danuu narraa qabda

Madaa’uu qamakeen lola’uun dhiigakee

Naaf ta’eem fayyina argeera abbummaakee

Kanaaf sin faarsa yeroo hundumaa*4

Yoo ta’es qiliilee gad fagoo haalli an keessa jiru

Yoo ta’es gaararratti ol ba’ee kan hundaa weeraru

Jiraatus bu’aa ba’ii ulfaataan na dura naqamee

Mijaa’us hunduu wal qixxaatee kanan itti aggaame

Hin dhiisu*2 maqaakee faarfachuu

Abbaa sijajachuu

Argeera mi’aa kee

Na geessaam qofaakee

S-ar putea să vă placă și